1-Paltalk

Faayidaan isaa sarara qilleensaa irratti namoota hedduu qunnamtee marii gaggeessuudhaafi .waraabuuf as tuqi

2-Skype

Hiriyoota keetiin walqunnamuudhaaf , akka telefoonaatti fayyadamtee kompiyuutera irraa gara kompiyuutaraatti bilbiluuf qarshii osoo hin baafne itti fayyadamta.  yoo kafalte ammoo gara bilbilaattis bilbiluu dandeessa. waraabuuf as tuqi download kan jedhu itti aansi

3-Realplayer

Sagalee adda addaa marsaa interneetii irraa dhageeffachuudhaa fi viidiyoo adda addaa ittiin taphachiisuudhaaf  si barbaachisa. Keessattuu kan akka raadiyoo  waraabuuf as tuqi

4-windows Media player

kunis sagalee ittiin taphachiisuudhaaf si gargaara. Akkasumas viidiyoos ni taphachiisa. Kan caalatti nama gammachiisuu fi sagalee ykn sirba gara cd tti waraabuudhaaf si gargaara. waraabuuf as tuqi itti aansuun download godhi.

5-Winamp

Wallee ykn sirboota akka siif tolutti ittiin taphachiisuuf.  waraabuuf as tuqi downlaod kan jedhu itti aansii tuqi

6-Windows Live Messenger 8  

Hiriyoota kee kan Iimeelii hotmail qabaniin walqunnamuudhaaf si gargaara. waraabi

7-Yahoo Messenger 8 beta

Hiriyoota kee kan Iimeelii yahoo qabaniin walqunnamuudhaaf si gargaara.waraabi