Barnoota qubee Afaan Oromoo fi seera isaa

Qubee:

Mallattoo sagaleewwanii tahee bakka bu’uudhaan kan dubbatu jechuudha. Akkasumas mallattoo afaan tokko ittiin barreeffamee,namni qunnamtiidhaaf dhiima itti bahu jechuudha. Afaan Oromoo qubee qeenxee digdamii jaha (26)
fi cimdii shan (5) qaba. Qubeen Afaan Oromoo akkaataa lamaan barreeffama. Isaanis qubee xixiqqaa fi qubee gurguddaa jedhamuudhaani.
 
 

 

Qubee Gurguddaa (Ing:capital )

A

B

C

D

E

F

G

H

I

J

K

L

M

N

O

P

(ergisa)

Q

R

S

T

U

V

ergisa

W

X

Y

Z

ergisa

 

 

Qubee xixiqqaa

a

b

c

d

e

f

g

h

i

j

k

l

m

n

o

p

q

r

s

t

u

v

w

x

y

z

 

 

 

Qubeen Afaan Oromoo bakka lamatti(2) qoodamuudhaan ilaalama.

Isaanis: 1-Dubbifama (Eng:consonants) 2-Dubbachiiftuu(Eng:vowels)

 

1-Dubbifamaa qeenxee (Eng:single consonants)

Qubee Afaan Oromoo keessatti dubbifamaa kan jennuun kan ofii isaatii of dandahee dubbifamuu hindandeenyee fi dubbachiiftuutti irkatuudhaan kan sagalee kennu jechuudha. Isaanis lakkoofsaan digdamii tokko(21) jechuudha.

 

 

Qubee dubbifamaa qeenxee(Eng: single consonants)

Qubee Gurguddaa (Eng:capital )fi Xixiqqaa(Eng:small)

B

b

C

c

D

d

F

f

G

g

H

h

J

j

K

k

 

L

l

M

m

N

n

P

p

 

Q

q

R

r

S

s

T

t

V

v

W

w

X

x

Y

y

Z

z

 

 

 

 

 

 

 

 

2-Dubbachiiftuu (Eng:vowel)

Qubee Afaan Oromoo Keessatti dubbachiiftuu kan jennuun, kan mataa isaatiin of dandahee dubbifamuu dandahuu fi qubee dubbifamaatti ida’amuudhaan akka sagalee kennu kan goosiftuudha. Kanaafuu, waan dubbiftuuf jecha maqaan dubbachiiftuu jedhu itti moggaafame.

 

 

Dubbachiiftuu  (Eng: vowels)

Xixiqqaa fi gurguddaa

A

E

I

O

U

a

e

i

o

u

 

 

 

Qubee cimdii (Eng:double consonant)

 

Qubee Afaan Oromoo keessatti qubee cimdii kan jennuun dubbifamaa tahee qubee lama kan addaan bahuu hin dandeenye, sagalee biraa kennuudhaaf akka qubee tokkootti itti fayyadamnuu dha.

    

Hubadhaa:

Seera qubee Afaan Oromoo keessatti, qubeeleen cimdii lama walitti aananii hin barreeffaman.

Jabinaa fi laafinni qubee cimdii haasaya keessatti ykn hima keessatti beekuu dandeenna.

 

 

Qubee dachaa /cimdii (Eng:double consonants)

Gurguddaa

CH

DH

PH

SH

NY

TS(ergisa)

ZH(ergisa)

KH(ergisa)

 

ch

dh

ph

sh

ny

ts

zh

kh

 

 

 

 
Seera sagaleen  Afaan Oromoo itti barreefamu

 

 

Seera sagaleeAfaan Oromoo itti barreessinu keessaa akka fakkeenyaatti yoo fudhanne;

Seera sagalee dheeraa, gabaabaa, laafaa, jabaa, dheeraa-laafaa, gabaabaa-laafaa, dheeraa-jabaa, gabaabaa-jabaa, irra butaa, hudhaa fi kkf akka armaan gadiitti laaluuf jiraanna. Garuu san duratti qabattee armaan gadii keessa sagalee dheeraa fi gabaabaa dubbachiiftuu shanan waliin qidaaye hubachuuf haa yaalluu.

 

 

 

Sagalee gabaabaa

a

e

i

o

u

ba

be

bi

bo

bu

ca

ce

ci

co

cu

cha

che

chi

cho

chu

da

de

di

do

du

dha

dhe

dhi

dho

dhu

fa

fe

fi

fo

fu

ga

ge

gi

go

gu

ha

he

hi

ho

hu

ja

je

ji

jo

ju

ka

ke

ki

ko

ku

la

le

li

lo

lu

ma

me

mi

mo

mu

na

ne

ni

no

nu

nya

nye

nyi

nyo

nyu

pa

pe

pi

po

pu

pha

phe

phi

pho

phu

qa

qe

qi

qo

qu

ra

re

ri

ro

ru

sa

se

si

so