HAASAWA AFAAN OROMOO FI AFAAN IGILIIZII

OROMO ENGLISH CONVERSATOIN

BOQONNAA 1

NAGAYA GAAFACHUU

LESSONS 1

GREETINGS

AFAAN OROMOO  

ENGLISH

Akkam bulte?

Akkam bultan? Nama baayyee ykn kabajaaf jedhama.

Good moorning?
Akkam oolte?

Akkm ooltan? ( bayyinz & kabajaa)

Good aftenoon?
Akkam jirta?

Ani nagaa dha.

Akkam jirtu? Nama baayyee ykn nama kabajuudhaaf jedhama

Nu naagaa dha.

How are you?

I am fine.

How are you? (pol) or (plural)

We are fine.

Akkam jira (inni)?

Fayyaa isaati.

Akkam jirti (isheen)?

Fayyaa ishiiti.

How is he?

He is fine.

How is she?

She is fine.

Nagaadhaa?

Gaarii

Is it fine?

Yes, it is fine. It is good.

Nagaa keetii?

Naguma.

Galanni rabbi haa gahu!

Are you fine?

I am fine.

Thanks to god.

Nagayatti

Jedhi

Jadhaa ( baayyinaa fi kabajaaf)

Turtii gaarii

Nagayatti ooli

Nagayatti oolaa

Nagayatti buli

Nagayatti bulaa

Nagaan gali

Nagayaan galaa

Carraa gaarii

Galatoomaa

Good byee

Bye

Have a nise time

Have a nice day

 

Have a good day

Good night

 

Go home in pease

 

Good luck!

Thank you

 

BOQONNAA 2

BILBILAAN WAL DUBBISUU

LESSON 2

ON TELEPHONE

 

AFAAN OROMOO

ENGLISH

Haloo Hello
Boonsaa barbaadaa May I speak to Boonsaa please?
Eenyu jedhu? Who is speaking?
Abdii dha I am Abdii
Xiqqoo obsaa mee Hold on a minute please
Nin eega I will wait
Hallo itti dubbadhaa! Hello you can speak to him
Galatoomi! Thank you!
Hallo Abdii dha Hello this is Abdii speaking
Akkam jirta Abdii? How are you Abdii?
Ani Boonsaa dha. I am boonsaa.
Nagaa keetii? How are you?
Maal si gargaaru? What can I help you?
Beellama itti si argu naaf gootaa? Coud I make an appointment to see you?
Bor haa tahu. Let it be tommorow.
Saa’aa meeqatti sitti mijaaha? What time is convinient for you?
Saa’aa lamaan. At two o’clock
Ni ta’a Yes that’s alright
Galatoomi! Thank you
Nagayatti bye

 

BOQONNAA 3

KEESSUMMAA HARKA FUUDHUU

LESSON 3

UP ON ARRIVAL OF GEUST

 

Baga nagayaan dhuftan!

Welcome!

Baga nagayaan dhuftan

It’s good that you come in peace

Baga nagayaan nu eeydan

It’s good that you waited for us in peace

Seenaa

Get in

Tole

ok

Taa’aa

Have a sit?

Mee waan dhugdan maal isinii fidu?

What woud you like to drink please?

Mee aannan kana dhugaa

Drink this milk please

   

Itti fufa......