source : dppc        

Yaa Ummata Oromoo kaartaan kun kan alagaan akka barbaaddetti qoqqooddee keesse waan taheef  isa sirriiti jennee akka hin dogoggorre isiniif dhaama. Kaayyoon asirra akka  kaayyamuu barbaaameef maqoota naannoo Oromiyaa keessa jiran beekuudhaaf nama gargaaraafi.