MAKMAAKSA OROMOO HIIKKAA ISAA WAJJIIN
Hiikkaa : yoo filannoon qabdu hunduu badaa tahe , filattus dhiiftus siif hunduu sanuma.
Hiikkaa : gara siif tahutti qajeelfachuu. Ilmi namaa waan maqaa hin qabne hin himatu ykn namni waan itti saalfatu ni dhoysa.
Hiikkaa : namni ariifatu waa hin laalatu ykn waa balleessa
Hiikkaa : Amalli badaan naman dhiisu
Hiikkaa : waan badduu dalaganii irraa dheessuun salphaadha.
Hiikkaa : Abdii namni qabu waan dalagu sanirratti hin sodaatu ykn qalbii guutuun waa hojjachuu
Hiikkaa : kan carraa hin argatin, kan carraa argate dura argachuu qaba.
Hiikkaa : namni duruu rakkachaa jiru, rakkoon isaaf baratamaadha. Isaaf jijjiiramni hin jiru.
Hiikkaa : abbaatu mana jiraa gurri ala jira.
Hiikkaa : waan duraan hin yaadin
12. Harreen yeroo alaaktu malee, yeroo dhudhuuftu hin beektu.
Hiikkaa : namni waan isa duraa muldhatu malee , waan isa booda dhufuuf deemu hin beeku
12. Harreen yeroo alaaktu malee, yeroo dhudhuuftu hin beektu.
Hiikkaa : namni waan isa duraa muldhatu malee , waan isa booda dhufuuf deemu hin beeku
Hiikkaa : wanni nama wajjiin tahan garaa nama hin nyaattu.
Hiikkaa : nama jabaa sodaatanii, lafaatti afaan bahan.( egee leencaa qabuurra, eegee saree qabuutu salphata akkuma jedhamu)
Hiikkaa : namni waan tokko dalaguu dadhabe, waan dalaguu dandahurratti hirmaachuu qaba.
Hiikkaa : waan namni dhaadu (jaju) gaafa argan beekan.
Hiikkaa : waan hin beeyne tokkotti utaaluun booda rakkina fida.
Hiikkaa : wanti dhuma waan tokkoo miidhe, kan hafes miidhuu hin oolu (dubbii siif deemtu takka nama biraatiin yoo jedhame anas akkasuma naan jedha jettee ibsachuudhaaf)
20.Bishaan laga yaa’u, manaa dheebuu taa’u.
Hiikkaa : waan itti hajaman tokko, hifannaaf jecha godhuu dhabuu.
21.Bitaan yaabbadhuu mirgaan yaabbadhuu wal geettiin kooraa.
Hiikkaa : garuma feeteen naannayii bakka barbaachiftu gahii.
22. Biyya jaamaatti, namni ija tokkoo mootii dha.
Hiikkaa : yoo wanti bayeessi dhabame, kanuma jirutti fayyadamu.
22. Booddeen harree, kan waraabessaati.
Hiikkaa : wanti hunduu dhuma isaa gahuu oolu.
23. Bofa qoonqoo lixe, harkifnaan ni citaa, gadi dhiifnaan ni lixa.
Hiikkaa : waan gama hundaanuu jalaa bahuu hin dandeenye.(eega kokkee gadi lixe,yoo sitti cites dhukkuba, yoo sitti lixes dhikkuba )
24. Bulee naa gale dubbiin harmee jette intalli.
Hiikkaa : adada oldeemaniin, gorsi maanguddoo namaa galaa deema.
25. Calii buutee fi niitii baate namatu namaaf deebisa.
Hiikkaa : bakka rakkootti namni nama gargaaru barbaachisaadha.
26. Cimnaan nyaannee miti, dhibnaan nyaanne malee jedhe jaldeessi.
Hiikkaa : wanti humnaa ol hojjatamu, ciminaa fi dandeetti caala.
27. Daadhii cawumaf, gowwaan dheebuuf (qoonqoof) dhuga.
Hiikkaa : Ijoolleef tapha, shinbirroof lubbuu.
28. Daakee kaa’ee hin jiru, da’ee ciisee hin jiru, kankoo maali jette niitiin.
Hiikkaa : wanni tokkos yoo namaa hin ta’in ( gaabbii ykn of anaannachuu garsiisa)
29. Danqaa nyaanne jedhe, « jaldeessi haanphee liqimsee. »
Hiikkaa : dubbii hamtuu fudhachuu
30. Darbatanii jinfuu hin qabatan.
Hiikkaa : dubbiin afaanii nama baate, afaanitti nama hin deebitu.
31. Deeganii deeganiillee , coraa gogaa nyaatuu ? jedhe « faaqiin »
hiikkaa : hanguma fedhanis hiyyooman, waan argan hin nyaatan.
32. itti fufa...........